#Karaan sobaan dabran galatti nama dhiba •
Explore tagged Tumblr posts
Text
Haati hattuun intala hin amantu.
Haati hattuun intala hin amantu. Abbaa gabaabaa ijoolleen hiriyyaa seeti. Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin urgaayu. Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu. Haadha laalii intala fuudhi. Dura na dhungatteef dhirsa naa hin taatu jette intalli Ø Hamma namaa hin Geessuu cabsa namaa hin teessu Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse Waan…
View On WordPress
#Abbaa gabaabaa ijoolleen hiriyyaa seeti. •#Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin urgaayu. •#Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu. •#Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa •#Akka durii fi harka xuriitti hin hafan •#Anatu Caalaan ciinciraa haaduu afaan buute •#Ani hoo duruu gubattuudha jette beddeen mana keessa gubattee •#Dura na dhungatteef dhirsa naa hin taatu jette intalli Hamma namaa hin Geessuu cabsa namaa hin teessu •#Gubattee hin beektuu ibiddatti gamti •#Haadha laalii intala fuudhi. •#Haati hattuun intala hin amantu. •#Hantuunni haadha jalatti gumbii uraa barti •#Hin barihu Seetee Gorduubatti hadde •#Jaartiin bara buttaa duudde hoo luboo jechaa hafti •#Karaan sobaan dabran galatti nama dhiba •#Keessa namaa hin beektuu keessa qabattee namaa kenniti •#Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse •#Namni dhukkubsataa manaa qabu du’a gahii namaa hin oolu#Sangaan bara qote hedata •#Waan Dabruuf maqaa hin dabarre hin fuudhan •#Waan uffattu hin qabduu aguuggattee haaddi •#•
0 notes